Zabuuriiwwan117

1Saboonni hundi Rabbii Allaah jajadhaa;isin namoonni hundinuu isa leellisaa.2Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii;amanamummaan Rabbii Allaah bara baraan jiraata.Haalleluuyaa.

Biblica, Inc.

https://app.library.bible/content/4d4cf8432222fef3