Zabuuriiwwan134

Zabuurii ol baʼuu.

1Isin tajaajiltoonni Rabbii Allaaha,warri halkan mana Rabbii Allaah keessa tajaajiltan hundinuu,Rabbii Allaah galateeffadhaa.2Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatiiRabbii Allaah galateeffadhaa.
3Rabbii Allaahan shamaayʼunii fi lafa uume sunXiyoon irraa isin haa eebbisu.

Biblica, Inc.

https://app.library.bible/content/4d4cf8432222fef3