Zabuuriiwwan120

Zabuurii Ol baʼuu.

1Ani rakkina koo keessatti Rabbii Allaahatti nan iyyadha;innis deebii naa kenna.2Rabbii Allaah, afaan sobuu fiarraba nama gowwoomsu jalaa na baasi.
3Yaa arraba gowwoomsituu nana, maaltu siif kennama?Kana caalaas maal godhamta?4Inni xiyya loltootaa kan qarameen,barbadaa ibiddaa qacamaatiin si adaba.
5Ani waanan Meshek keessa taaʼeedunkaanota Qeedaar gidduu jiraadhuuf, anaaf wayyoo!6Warra nagaa jibban gidduu,ani yeroo dheeraa jiraadheera.7Ani nama nagaa barbaadu dha;isaan garuu yeroo ani dubbadhu lolaaf kakaʼan.

Biblica, Inc.

https://app.library.bible/content/4d4cf8432222fef3