Kitaaba Faaru'uu
93
/
gax_twf
Arnya Mootii Waan Maraa
1
Mootiin Waan Maraa mooti'i; inni arnya uffate;
arnya uffatee jabeennaan hidhate.
Biyyi lafaa jabaattee dhaabbatte;
isiin ijjumaa hin tachootu.
2
Barcumaan mootumma'aa keeti
durii duriitii jalqabee dhaabbate;
ati bara durii duriitii jalqaddee jirta.
3
Ee Mootii Waan Maraa, lagi hedduun ol kakka'e;
shookkisiisa ifii ol qabate;
danbalii shookkisiisa ifiille ol kaafate.
4
Shookkisiisa bisaan jabaa heddu'uu caalaa,
danbalii abbaaya'aa hunnaamettii caalaa,
Mootiin Waan Maraa ka ol-gubbaa jiru hunnaamessa.
5
Ee Mootii Waan Maraa, seerri keeti ka addatame;
manni keetille haga bara baraa woyyumma'aan ka miidhage.
Powered by Seed Bible API
expand_more
Search
All books
Old Testament
New Testament
chevron_left
Previous Chapter
Books
search
Search
explore
Discover
share
Share
chevron_right
Next Chapter