Faarfannaa134gaz_bib

Faarfannaa ol baʼuu.

1Isin tajaajiltoonni Waaqayyoo,warri halkan mana Waaqayyoo keessa tajaajiltan hundinuu,Waaqayyoon galateeffadhaa.2Mana qulqullummaa keessatti harka keessan ol qabaatiiWaaqayyoon galateeffadhaa.
3Waaqayyo samii fi lafa uume sunXiyoon irraa isin haa eebbisu.