Kitaaba Faaru'uu117gax_twf

Leellisa Mootii Waan Maraatiif Dhikaate

1Gosi biyya adda addaa martinuuMootii Waan Maraa leellisa'a;kolbaan martinuu isa saada'a.2Jaalalli isaa ka bara baraaka inni nu'uuf qabu guddaa waan te'eef,addatamummaan isaa haga bara baraa ti.Mootii Waan Maraa leellisa'a.