2 Saamuʼeel3gaz_bib
1Mana Saaʼolii fi mana Daawit gidduu waraana bara dheeraatu ture. Yeroo Daawit jabaachaa deemetti manni Saaʼol immoo dadhabaa deeme.2Daawit Kebroonitti ijoollee dhalche; isaanis:
Inni hangafni Amnoon isa Ahiinooʼam Yizriʼeelittiin deessee dha;3inni lammaffaan Kiliʼaab ilma Abiigayiil isheen Naabaal namichi biyya Qarmeloos irraa duʼe sun deessee dha; sadaffaan Abesaaloom ilma Maʼakaa kan intalli Talmaayi mooticha Geshuur sun deessee dha;4afuraffaan Adooniyaa ilma Hagiit; shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;5jaʼaffaan Yitreʼaam ilma Eglaa niitiin Daawit deessee dha.
Isaan kunneen Kebroonitti Daawitiif dhalatan.